Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu
Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul’ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.
Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin kuni waluumagalatti, dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga’ee guddaa taphata jenee abdii qabna.
Appi kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee isin galateeffanna!
Appi kana Ilaalaa, instalo godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!
Ju lutemi vlerësoni aplikacionin tonë në dyqanin Google Play.
Faleminderit për shkarkimin,
Programi OROMNET dhe Zhvillimi i Aplikimeve, Nekemte, Etiopi
Përditësuar më
13 gush 2024