Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu
Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, Hamma dandeetti keenyaa Waa hiixachuu yaadneeti.
Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu Akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin waluumagalatti Kuni, dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.
Appi Kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee ISIN galateeffanna!
Appi Kana Ilaalaa, instalați godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!
Vă rugăm să evaluați aplicația noastră în magazinul Google Play.
Mulțumim pentru descărcare,
OROMNET Software-ul și dezvoltarea de aplicații, Nekemte, Etiopia
Ultima actualizare
13 aug. 2024