Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu
Applikeeshiniin kuni can hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.
Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu Akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin kuni waluumagalatti, dandeettiiwwan afaanii Afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.
Appi Kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee isin galateeffanna!
Appi kana Ilaalaa, installere godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!
Please rate vores app i Google Play butikken.
Tak for at hente,
OROMNET Software og Application Development, Nekemte, Etiopien