Nashiidaa Haraa bifa qulqullina ol'aanaa fi sagalee ifa ta'een isiniif dhihaatee jira. Nashiidaalee haaraa fi kaka'umsaa yero barbaadetti، bakka barbaadetti dhaggeeffadhu.
Appiin kun qunnamtii intarneetii hin barbaachisu – saffisa ol’aanaan dalaga. Itti fayyadamuuf salphaa waan Ta'eef, yero barbaadetti fi bakka barbaadetti nashiidaa adda addaa dhaggeeffachuu ni dandeessa. 🎧 Amma buufadhuu nashiidaa kaka'umsaafi barumsaa haaraya waliin yero dabarsi.
تاريخ التحديث
06/03/2025